TG Telegram Group Link
Channel: AL-RISALA HUMANITY CENTER
Back to Bottom
Audio
💢 Taateewwan dhoksaa saayintistoota burjaajessan. 💢
1 - Dhagaan tokko piraamidii keessatti ulfaatina toonii 2 hanga 15 gidduutti argama.
2 - Lakkoofsi dhagaa piraamidii keessa jiru gara miliyoona 3 ta'a.
3 - Ulfaatina dhagaa giraanaayitii foddaa Gola Mootii keessa jiruu
toonii 70! (Guddina guddaa ta’us, akkamitti Fara’oon akka guddisan namni beeku hin jiru.)
4 - Olka'iinsi piraamidii kanaa meetira 149.4 yoo ta'u, fageenyi lafaa fi aduu gidduu jiru gara meetira 149.4 Leon kiloomeetira
(Icciitii iccitii Fara'oonootaa irraa)
5 - Koridooriin seensa gara piraamidii gara urjii Pool Kaabaa agarsiisa.
Vestibule keessaa gara urjii Sirius agarsiisa.
6 - Foon tokko gola piraamidii keessa yoo galchitan dhangala’oo keessaa ni goga malee hin manca’u (iccitiin isaa dhoksaadha).
7- Naannoon piraamidii olka’iinsa piraamidiitiin hiramu 3.14 ta’a.Lakkoofsi kun herrega keessatti lakkoofsa hin baratamne ta’ee fudhatama, dhaabbata herregaa (t) jedhama, herregaa fi fiiziksii keessattis bal’inaan itti fayyadama.
8- Piraamidiin kun waan raadiyoo-aktiivistiin waan dibameef halkan ibsaa ture.
9- Bakki piraamidoonni sadan itti argaman urjiilee samii keessaa beekamoo ta’an sadan Orion’s Belt jedhaman waliin walsima.
10 - Waggaatti guyyaa tokko ifaan aduu Piraamidii Guddaa keessa seena, kunis guyyaa dhaloota Fara’oon ti.
11 - Daggeroonni Fara’oon kutaalee piraamidii keessa jiran waggoota kumaatamaan lakkaa’aman darbanis, dafqa ykn qara cirracha isaanii hin dhaban.
(Iccitiin hanga har'aatti saayintistoonni hin beekan.)
12 - Kutaawwan piraamidii tokko tokko keessatti meeshaaleen hojii dhaabanii mallattoon isaanii addaan citu, sababni isaas hin beekamu.
13 - Bakki piraamidoonni itti argaman sarara tokko kan Galaana Atlaantiik keessatti argamu kan Bermuda Triangle fi Galaana Paasifikii keessatti argamu Formosa Triangle walqunnamsiisu irratti kan argamu yoo ta'u, roga sadii lamaan keessatti wantootni ajaa'ibaa ta'an kan akka dooniiwwanii fi xiyyaaronni fi koompaasii dhabamuu isaa
https://youtu.be/YvlKgPfKm7E
Kamtu Irra wayyaadha
Addeessa Moo Aduudha ? Ati  Kam tahuu filatta ?

Addeessa yoo jette Hunduu mataa isaa ol qabatee laaluu dandaha xiqqaanis guddaanis osoo miidhamni ija isaa irra hin gahin
hanga fedhe laalee quufuu dandaha

Aduudha  yoo jette garuu  Hundi  laaluu hin dandahu Akkauma laaleen mataa isaa gad qabata, humni inni yerooo dheeraa aduu ittiin laalu hin jiru , ija kiyyatu miidhama jedhee irraa sodaata .

Argitee 🤔 DAAW'ADHAA
Halkan keessa bilbila bilbiltee...‼️

"Helloo!...Ilma koo eessa geette?" Yoo jettuun...

"Ilma Kee Siif Ajjeefnee Jirraa Koottuu Reefka Fudhu!" Deebii namoota bilbila isaa kaasanii ture 😭😭😭😭😭
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰

Muntazam Muhammadhuseen Jedhama...Godina Baalee magaalaa Roobee jiraata.

Kaleessa galgala maatii isaa Magaalaa Shaggar naannoo Ashawaa Meedaa jiraataniin nagayatti jedhee meeshaa daldalu bitatee konkolaataa fe'umsaa ISUZU jedhamtu yaabbatee gara Baalee Roobeetti imala jalqabe...

Daandii saffisaa irra jidduu Magaalaa Maqii fi Baatuu yommuu gahu asii achii isaa kan hin beekamne dhukaasni isaan irratti banamee...

Dhukaasni baname lubbuu dargaggoo lafaa dhufaa siyaasa kam irraayyuu bilisaa kana nyaatee daandirratti hambisee...

Garaa dhaletu ilmoo kufteef bakka jiruu rarra'ee Ilma ofii bakka gahe hubachuudhaaf bilbila bilbiltee...harmee dhalte harme harma dachaa...harme kufa ilmaa hammam fagaatullee hubattutu bilbile.😭

Bilbila harkatti fudhattee...

"Helloo!... Muntazam Eessa Geesse?? Gaaffii haadha Muntazam ture...

"Hello!...Ilma Kee Siif Ajjeefnee Jirra Koottu Reefka Isaa Fudhadhu!." Deebii gara jabeeyyotaa turee...

Innaa lillaahi Wai'innaa Ileeyhi Raaji'uun.

Muntazamiif Rabbiin Isaaf Haa Araaramu

Maatii fi Firoottan Akkasuma Hiriyoota Isaatiif Rabbiin Sabrii Nuuf Haa Kennu!.
➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇➽◇
🍃 ماذا بعد رمضان 🍃

ماذا بعد شهر رمضان ⁉️
ماذا عن آثار الصيام في نفوس الصائمين ⁉️

👈 لننظر في حالنا، ولنتأمَّل في واقع أنفسنا ومجتمعاتنا وأمتنا، ولنقارن بين حالنا قبل حلول شهر رمضان وحالتنا بعده،
هل ملأت التقوى قلوبنا
هل صلحت أعمالنا
هل تحسَّنت أخلاقنا
هل استقام سلوكنا

👈 يا من استجبتم لربكم في رمضان، استجيبوا له في سائر الأيام
{اسْتَجِيبُوا لِرَبِّكُم مِّن قَبْلِ أَن يَأْتِيَ يَوْمٌ لَّا مَرَدَّ لَهُ مِنَ اللَّهِ ۚ مَا لَكُم مِّن مَّلْجَإٍ يَوْمَئِذٍ وَمَا لَكُم مِّن نَّكِيرٍ}
[الشورى : 47]

سُئل أحد الصالحين
👈 عن أناس يتعبدون في رمضان ويجتهدون، فإذا انسلخ رمضان تركوا ❗️
قال : « بئس القوم لا يعرفون الله إلا في رمضان ‼️».
﴿ كَتَبَ ٱللَّهُ لَأَغۡلِبَنَّ أَنَا۠ وَرُسُلِيٓۚ إِنَّ ٱللَّهَ قَوِيٌّ عَزِيزٞ ﴾
فالنصر حليفُ المؤمنين فهم المنصورون في الدنيا والآخرة
وإن طال البلاء يعقبه النصر المُبين ؛ففي الحديث :
وأن النصر مع الصبر .
🍁خذ قطعة🍁

عند ما يرحل عنك من تحب تحرص على *أخذ قطعة* تذكارية منه لتبقى بحوزتك ..
تتذكره عبرها
🌧🌧

ورؤيتها تبعث فيك الشوق والارتياح الذي يرسمه تواجده في حياتِك ؟!

هذه القطعة التذكارية لن تسُّد نقص غيابه لكنها قد تخفف وطأة الشوق 🧡..

هكذا رحل رمضان ..بعد أن عشنا فيه أروع لحظات القرب من الله ونعمنا بحلاوة الطاعة

كم قطعة من رمضان *أخذتها* قبل أن يغادرك ولست متيقنا من لقاء جديد به و نسأل الله تعالى أن يعيده علينا أزمنة مديدة ؟

‏كنت تقرأ القرآن *فخذ قطعة* من قراءته ولو بقدر أقل وثابت فأحب الأعمال إلى الله أدومه وإن قل وقليل دائم خير من كثير منقطع👌

‏صيام ٣٠ يوما متتاليات بالنهار الطويل الشديد الحرارة *خذ قطعة* من رمضان وصُم
و لو 3 أيام كل شهر

‏ كنت تقوم الليل ساعة بالتراويح وساعتين بالقيام *فخذ قطعة* من رمضان وقم لله ولو بركعتين وشفع ووتر وزد كلما وجدت إقبالا ونشاطا وتنعَّم بالخلوة🤲.

‏كنت تدعو بإلحاح وتتضرع برجاء وتذكر ربك بحب🧡
*فخذ قطعة* من رمضان وعش أجواء القرب والمناجاة ورطّب لسانك دوما بالذكر.

‏كنت تُنفِق بسخاء وتحلُم عمن أساء
يملؤك الارتياح مستشعرا الأجر ..
*خذ قطعة* من رمضان وتصدق ولو بالقليل ، وامض بحسن الخلق.

🍁كن وفيا لرب رمضان الذي أمدك بالعمر فبلغك شهر الخيرات.

وألحق الطاعة بالطاعة
تسعد إلى قيام الساعة🧡🍁 https://hottg.com/Alrisala1
Dachee tanarratti waa hundaan wal bira milkaa’uu hin Dandeettu
⤵️Iddoon ati Hirdhinna qabdu hin Dhabamu
🚶Yeroo Ijoollummaa keetiitti

➛Humna 💪 Ni Qabda
➛Mallaqa 👜 Hin Qabdu
➛Yeroo Ni Qabda
🏃Yeroo dargaggummaa Keetii

➛Humna 💪 Ni Qabda
➛Mallaqa 👜 Ni Qabda
➛Yeroo Hin Qabdu
🕴Yeroo dullummaa Keetii

➛Humna 💪 Hin Qabdu
➛Mallaqa 👜 Ni Qabda
➛Yeroo Ni Qabda
❤️❤️
*Rabbiin malee kan waa hundaa Qabu hin jiru.
Garuu Wantoonni Yeroo Ijoollummatti Qabduu Seeraan Yoo Itti Fayyadamtee Bira Dabrite Yeroo Dargagummaa Fi Dullummaa Keettitti Si Fayyada (Si Tajaajila ) .
#Waggaa Kuma Hin Jiraattu Umrii Qabdu , Humna Qabdu , Mallaqa Qabdu Hojii Keeyrii Keessatti Dabarsi .
#Mootota Umrii dheeraafi Jiruu Gaarii jiraan Hedduun ni Dhuman , seenaan isaanis ni dhokate .
#Namoota Lallaafoo Umrii Gabaabaa , Jiruu Gad aanaa Jiraatan Hedduu Qaamaan Du'anii Seenaa Gaggarrii Of Duubatti Hambisan .
*Garuu Hunduu Dhumee Jira , Seenaa Kee Akka Abuu Jahlii Kan Godhus Si Qofa .
Seenaa Kee Akka Abubakrii Kan Godhus Si Qofa .
#Carraa Qabdutti , Humna Qabdutti , Yeroo Qabdutti Fayyadami .
#Addunyaan Ganda itti Facaafatani , Sanyii Gaarii Akka Haamattuuf Tolchii Facaafadhu .
Hin Xummuramne Garuu Har'aaf Kanumatti Fayyadami
🎴Said Leader
Allaahu Akbar
والله متم نوره ولو كره الكافرون
Diiniin haqaa, ifti Aalamaa, Islaamni hordoftoota Biliyoona lamaafi miliyoona 25 ol horateera. Kun gabaasa daqiiqaa muraasaati. Sekendii gara sekendiitti dabalaa, guddataafi bal'aataa jira Alhamdulillaah.

Erga gaafa inni dhufeetii kaasee isaan isa balleessuuf dhamahuu biraa rafanii hin beekan. Garuu hanguma isaan itti duulaniin islaamummaan ni guddata, Muslimni dachaa dabala.
Rabbiin Qur'aana kabajamaa keessatti Haqa Addunyaa hunda Bahaa Seensaan akka gahu waadaa nuuf seenee jira
Osoo isaan jibban islaamummaan ifee , guddate mul'ata .
Osoo isaan dhiiban islaamummaan cimee , jabaate Mul'ata .
Galanni nuti Deebifnee hin dandeenne guddaan yoo jiraate Rabbiin islaamummaa Nu Badhaasuu ol wanni nu gammachiisu hin jiru .
dhugaa kee wallaalan malee silaa sirratti wal fixan
Alhamdulillaah yaa Allaah tola islaamummaa irratti
@Fursan Media
https://hottg.com/Alrisala1
Alh Suuraan Nu ibsu hin jiru
Bayyee Bareeddan
#Islam
Forwarded from Dhaloota Waa Dubbisu Chat
jireenya keetitti gammadi editedfor publish.pdf
2 MB
kitaaba Bareedaadha .
Mb:- 2
Fuula: 264
Guyyatti fuula 20 Qofa Dubbifna
Guyyaa 13 Keessatti Beekkumsa Guddaa irraa argattee Xummuruu Dandeetta .
yeroo Dubbifnu Yaadannoo gabaabaa waliin osoo dubbifne
لا إلہ إلا اللُّٰہ مُحمد رسۆل اللُّٰہ 🕊♥️♥️🕊آلـلُہـم صـل علـﮯ نْبْيَنا مُحمد🌹🌹🌹🌹
💚🌱أشرفَ
❤️ 🌱آلخـلق
💙🌱ۆآلمرسليَنْ
💜🌱آلمبْعۆثْ
💛 🌱رحمةّ للعآلميَنْ
💚🌱ۆ علی
❤️🌱آلہ
💙🌱ۆصحٍبْہ
💛🌱 أجمعيَنْ
💜 🌱گمآ صليَت
💚🌱 علـﮯ
💙 🌱إبْرآهہيَم
💜🌱ۆعلـﮯ آل
💛🌱إبْرآهہيَم
❤️🌱إنْگ حميَدِ مجٍيَدِ
💐🍃💐🍃💐🍃💐🍃💐🍃💐🍃
Barsiisummaafi barsiisaa!!!

ila
Barsiisuufi barsiisummaan wal -adda,namni hundinuu waan barate barsiisuu dandaha,garuu immoo,haalli baruu barsiisuu ulaagaa fi seera mataa isaa qabaa, barsiisaafi barsiisummaa addaan baafadhuu beeki.

Eeee
Barsiisummaan ulaagaa addaa qaba,barsiisaa tahuuf, jalqaba,sadarkaa barsiisummaa gonfachuun dirqama, yoo dandahame,Mana barnootaa,sirna barnootaatiin leenjii kennu irraa beekkumsa gahaa argachuufi ragaa dandeettii barsiisummaa gonfachuudha,yoo haalli hin mijjanne tahe immoo,hayyuu barnootaa gurguddoofi amaanaa tiksan irraa,ragaa barsiisummaa dhugaa san gonfachuudha.

Obbolaa
Barsiisummaan faaya,faaya gatii qaaliin argatan,waan gatii qaaliidhaan argatan immoo,daddarbaa hin oolan, barsiisaan dhugaa,lubbuun isaa quuftuudha,qaamni isaa qandhafa,kiisa isaattu duwwaa malee,Aqliin isaa guutuudha,qalbiifi uffatni isaa adii qulqulluudha.

Jaaloo
Barsiisummaa gonfachuuf,beekkumsa, dandeettii, hubannoo,gahumsa,naamusa,qoohii barnootaa gahaa qabaachuun dirqama.

Namana
qabatama yeroo,haala qilleensaa,siyaasa biyyaa, diinagdee hawaasaa,aadaa fi barmaatilee naannoo sanaa,safuu ummataa,walitti dhufeenya hawaasaa beekuun ulaagaa barsiisummaa keessaa hangafaa beeki.

Ekaa
furtuu rakkoo,itti fayyadama yeroo,sirna Bulchiinsaa, tarsiimoofi tooftaa beekkumsa itti dabarsan beekuun immoo,sirna barnootaa keessaa argatamaa hubadhu.

Hey
keessaafi alaa nagaa qabaachuu,tasgabbii horachuu, qabatama barnoota sanaa beekuun,sirna barnootaa beekuu yoo tahu,gaachana Barsiisummaatii beeki.

Yes
Ogummaafi beekkumsi wal-simu malee,nama harkaa wal-dhoofnaan,kan jalqaba barnoota abaaru isuma barsiisaa ufiin jedhe san tahaa hubadhu.

Ihimm.
Hujiin qaama hundatti hajamu,Aqlii,qalbii,ija,gurra, harka,miila,qaama guututti hajamu,barsiisummaafi konkolaachisummaadhaa xiinxalli.
Guyyaa Sana 😢

1.  File dhan  ati duniyaa irratti lakk. Iccitii /password dhaan cuftu hundi bu'aa hin qaban .
(ونخرج له يوم القيامة كتابا يلقاه منشورا)
2. Miidhaan /Zulmiin waan hin jirre .
(وما أنا بظلام للعبيد).
3. Abukaatoon siif dhaabbatee sirra mormu hin jiru .
(إقرأ كتابك كفى بنفسك اليوم عليك حسيبا).
4.  Gubboon, qabeenyi dandeettiin ,dhageettiin sin fayyadu
(يوم لا ينفع مال ولا بنون)
5. Maqaaan wal fakkaatee dogongorri argamu hin jiru .
(وما كان ربك نسيا )
6. Hafteen hin jiru ebalu harra hin dhufne jechuun hin jiru
( وإن كل لما جميع لدينا محضرون )
7. Ragaan kijibaaa ati ragdee baatu hin jiru .
( يوم تشهد عليهم ألسنتهم وأيديهم وأرجلهم بما كانوا يعملون ).
8. File n ati hayxee dhaba gootu hin jiruu beeki
(أحصاه الله ونسوه )
9. Dalagaan keee hunduu  maadaalamuu malee hin  hafu.
(ونضع الموازين القسط ليوم القيامة فلا تظلم نفس شيئا وإن كان مثقال حبة من خردل أتينا بها وكفى بنا حاسبين.

@Alrisala1
لا تزال الأمة بخير ما توافر علماؤها، فهم مصابيح الدجى ونجوم الهدى الذين بهم يقتدى، كمثل النجوم في السماء، يهتدى بها في ظلمات البر والبحر، ينيرّون دروب الجهل بضياء المعرفة، ويُلهمون الأجيال بثقلِ الحكمة وجمالِ العلم.
وإن الله تكفّل بحفظ الدين ورعايته، وخير وعاء يحفظ فيه العلم، وتصان فيه الشريعة هم العلماء الربانيون، فحياتهم غنيمة، وموتهم مصيبة، كما قال الحسن "موتُ العالِم ثُلمة في الإسلام لا يسدُّها شيء ما طرد الليل والنهار".
أهكذا البدر تخفي نوره الحفر
ويُفقد العلم لا عين ولا أثر
خبت مصابيح كنا نستضىء بها
شمس العلوم التي يُهدي بها البشر.
#علماء_المسلمين #عبد_المجيد_الزنداني
#في_بناء_الوعي_والسعي
https://hottg.com/Alrisala1
HTML Embed Code:
2024/04/26 15:22:53
Back to Top